Birtukaan Miidhagsaa: ‘‘Filannoo dhufu irratti dorgomuu baadhuus, qarqara dhaabadhes hin taajjabu’’

Ibsa waa'ee viidiyoo, "Filannoo dhufu irratti hin dorgomus, dhaabadhes hin taajjabu"

Dhiyeenya kana biyya ambaatii kan deebite falmituun mirga namoomaafi hoggantuun dhaaba mormituu duraanii Birtukaan Miidhagsaa filannoo dhufu qarqara dhaabadhe hin taajjabu, ofiikoo garuu hin dorgomu jetti.