Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Oromoota Ormaa,Taanaa Rivar Keeniyaa biratti intala reefu dhalatte kaadhimu
Oromoon Keeniyaa daa'imti gaafa dhalattu heerumaaf kaadhimuu aadaa yeroo dheeraaf qabatee jirudha. Daa'imni gaafa guyyaa dhaloota ishii kaadhimamte kun yeroo umuriin heerumaaf ga'u kaadhimaashee qofatti heerumuu dandeessi.
Viidiyoo: Yaadataa Birhaanuu fi Asilii Galgaloo