Qorannoon haaraa bahe lakkoofsi ispeermii waggaa 40 keessatti walakkaan hir'ise jedha

Ibsa waa'ee viidiyoo, Qorannoon haaraa bahe qulqulinni ispeermii biyyoota dhihaa gar-malee hiri'saa jiraa jedha.

Lakkoofsi ispeermii dhiirota biyyoota dhihaa sababii haala jireenyaan hir'isaa dhufuu qorannoon mul'ise. Ispoortii hojjechuu dhabuufi nyaata dafee qaqqabu(junk food) nyaachuun sababii eeraman keessaati.