Saayintistoonni teekinoolojiidhaan barabaraan jiraachuun danda'ama jechaa jiru

Warri teekinoolojii kanatti amanan, xiinxala nam-tolchee fayyadamuun guddina suuta suutaa ilmoo namaa to'achuu fedhu. Kanaanis sammuu namaa kooppii gochuun koompitaratti garagalchinee namni barabaraan akka jiraannu taasifna jedhu.