Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Ijoolleen dubaraa liqii maatii baasuuf jecha nama qarshii liqeesseefitti gurguramu
Naayijeeriyaatti shammarran umurii malee liqii maatii irraa baasuuf jecha akka haadha manaatti gurguramu.
Kaan ammoo hojii humnaa hojjetu. nama akaakayyuu tahuufiitti akka haadha manaatti kennamti.
Darara guddaanis isaan irra gaha.