Kalaqxoota BBC: Kalaqa qisaasama nyaataa oolche

Ibsa waa'ee viidiyoo, Kalaqxoota BBC
Maxxanfame

Applikeeshiniin moobaayilaa Choowbeerii jedhamu kun akkamitti qisaasama nyaataa oolche?