Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Kondomiin keeniyaatti saal qunnamtiin ala faayidaa biraaf oola
Kiyyeesitootni qurxummii keeniyaatti yeroo galaana seenan bilbila isaanii fudhatanii deemuuf Kondomii gargaaramu.
Kunis bishaan bilbila isaanii akka hin seennee fi achumaanis rakkoon yoo jiraate maamilootasaanii qunnamuuf itti gargaaramu.
Keessumaa yeroo dhahi galaanaa ka'u akka bishaan hin seenne ittisaaf.