Gurmuun kanniisaa 'New York' daandii Times Square uffise

Kanniisonni 30,000 ta'an Magaalaa Niiw Yoork fulaa nyaata itti gurguran uwwisaniiru.