Gaaddiddaa'uun dachee yeroo dheeraa turu mul'achuuf

Ibsa waa'ee viidiyoo, Gaaddiddaa'uun dachee yeroo dheeraa turu mul'achuuf

Gaaddiddaa'uun dachee kun yeroo dheeraaf turuudhaan jaarraa 21ffaa keessatti isa jalqabaati.

Sa'atii 1 fi daqiiqaa 43'f dacheen guutummaatti ni gaaddiddoofti.

Dacheetu Addeessaa fi aduu gidduu seenuun ifa aduu addeessarraa gaaddiddeessiti.

Kunis gaafa 27,2018, sa'atii 2 fi daqiiqaa 21 irraa eegala mul'ata.