Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
'Kaaffee Du'aa' Naayijeeriyaatti
Ji'atti guyyaa tokko Hope Ogbologugo 'Kaaffee Du'aa' Leegositti hindeeessite keessa marii gaggeessiti. Mariin kunis nyaataa fi dhugaatii fudhachuun, waa'ee du'aa kan itti haasawaniidha.