Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Nyaata Filippiinsi handaaqqoo irraa qophaa'u
Adoboon foon lukkuu mi'eessituu keessatti cuuphamee qophaa'uu yoo ta'u, gosti biraa Adoboo immoo bofa,raachaa fi kuruphisa irraa qophaa'uu ni danda'a.