Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Daa'ima yeroo jalqabaaf badhaasha DJ Gaanaa mo'atte
Daa'imni DJ Iswiich jechuun of waamtu kun waltajjiiwwan biyyatti gurguddoo irratti argamuun 'argannoo waggaa kanaa' jedhamuun moggaafamte.
Kuni hin geenye mucaan kuni sirba qeenxee jalqabaa gadhiistetti. Ijoollee DJ ta'uu barbaadaniifis gorsa qabdi.