Biyya saawwan dubartoota caalaa kabajaman
Maxxanfame
Biyya Hindii keessatti jireenyi dubartootatti hammaachuutti jirti. Maaliif jennaan, dhiibbaa dirqisiisanii gudeeduu fala dhabeefi dhiiraan mirga walqixa dhabuun biyyattii keessatti hidda gadi fageeffateera.