Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Daa'imman goor-duuba mana hidhaa
Mana hidhaa magaalaa Lusaakaa keessatti argamutti daa'imman harmootii isaanii waliin jiran akkuma hidhamtootaatti yaadaa guddachaa jiru.
Haalaa fi amala mana hidhaatti waan baraniif addunyaa mana hidhaan alaatti madaquun itti cime. Dubartiin Faith jedhamtu dhaabbata Mother of Millions of Foundation(MoMF) hundeessuun daa'iman haala kanaan mana hidhaatti guddatan barsiisaa, deggeraa jirti.