Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Tumaan harmaa jireenya dubartii kaansariin miidhamtee geeddare
Dubartiin akkoo taatettu kun, kaansariin erga harmii ishii muramee booda tumaa qabduu harmaa tumachuun jireenyakoo geddare jetti. Lindaa Biraayit yaaliin kaansarii qaama ishii akkamiin akka balleesse hin jaallanne.
Erga tumaa kanaan booda, ofittii amanamummaan koo hedduu dabaleera jetti. Utuun qullaa karaa irra deemellee amma nan gammada jechuun gamachuu ishee ibsiti.