Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Guutuu Abarraa: Baandii Gadaaa deebisnee ijaaruuf jirra
Miseensoota Baandii Gadaa durii keessaa Tottobaa Margoo fi Hirphaa Gaanfuree, akkasumas miseensota haaraa dabaluun baandii kana deebisanii ijaaruuf hojjachaa akka jiran kan dubbatu artistiin Oromoo biyya Noorweey jiraatu Guutuun Abarraa Galataa BBC waliin turtii taasiseera.