Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Seenaa maaltu abdii daldala bilisaa Afriikaa duuba jira?
Gamtaan Awuroppaafi daldalli bilisaa waliin qaban dhugomuuf waggoota heddu irraa fudhate. Afriikaan ammoo waggoota muraasa keessatti ni dhuggeesina jedhanii abdatu.