Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Hidhaa waggaa 30 sababa du'aa deesseef
Eveliin Hernaandeez erga dirqiin gudeedamtee booda, ulfa addaan kutteetti jedhamtee hidhaan waggaa 30 itti murtaa'eera. Deeggartoonni ishee garuu ulfatu irraa ba'e malee isheen beekaa addaan hin kunne jedhu.