Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Dubartoota godaannisa isaaniin hinqaanofnu jedhan walbaraa
Kuusaa suuraa ogeessi kaameraa Biritiish Soofi Maayen, 'Behind the Scars'' jetteef dubartoonni godaannisa qaban suura ka'u.
Namoonni yeroo hedduu godaannisa akka dogongoraatti ilaalu.
Soofiin garuu godaannisni seenaa isaanii keessatti qooda qaba jetti. Hojii isheen hojjettu namoota wanti akkanaa isaan mudate akka jajjabeessuu dabalataanis kaanis akka kana godhan taasisa jechuun amanti.