Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Piyaanoo tokko baayyatanii taphachuun rikoordii cabsuuf yaalii taasifame
Barattoonni Muuziqaa Saaraayeevoo sablammoota adda addaa bakka bu'an Piyaanoo tokko baayyatanii taphachuun riikoordii addunyaa qabamee ture cabsuuf yaalaniru.
Barattoonni kunniin 18 yoomuu ta'an tapha Piyaanoo kanaaf harkaa isaanii 20 fayyadamaniiru.