'Ilmoo godhachuun yaaddoo nutti ta'ee jira'

Ibsa waa'ee viidiyoo, 'Ilmoo godhachuun yaaddoo nutti ta'ee jira'

Qaama miidhamummaan daa'immanii ganda Dhibbaa Battee saffisaan dabalaa waan jiruuf dhala godhachuuf siqiqiitti akka jiran dubbatu jiraattonni.