Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Lafeen nama durii hangafa Luusii Afriikaa Kibbaatti argame
Sanyiin keenya inni hangafaa Luusii miti, little Footidha jedhu saayintistoonni. Umuriinshee falmisiisaa garuu namoonni tokko tokko miiliyoona 3.67 jedhu.
Holqa Afriikaa Kibbaa keessatti kan argamte lafeen anam durii kun dhagaa walqixxaataa sigigaattee kuftee duute.
LUcyArgannoon ajaa'ibaa kun bu'uura dhala namaa ibsuuf ga'ee guddaa qaba.