Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Dhangala'aan boba'aa Naayijeriyaatti daa'iimman ajjeesaa jiraa?
Naayijeriyaan buufataalee dhangala'aa haftee boba'aa waggaa guutuu gadi naqan dhibbaan lakkaa'amu qabdi. Baay'een isaanii ammoo lafa qonnaa, bakka hojii fi jireenyaa irratti gadi dhiisu.
Qorattoonnis dhagala'aan boba'aa kun du'a daa'imanif sababa ta'uu dubbatu.
BBC'n Nijar Deltaa dhaquun maatii magaalaa dhangala'aa boba'aatiin marfamanii jiraatan dubbuseera.