Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Qe'eefi qabeenyi keenya gubatee, rakkoof saaxilamne - buqqaafamtoota
Walitti bu'iinsa daangaa naannolee Oromiyaafi Somaalee gidduutti mudateen Oromoon hedduun gara Mooyaaleetti baqachuun ji'oota sadii guutaniiru. Haala akkamii keessatti akka argamanis BBC'tti himaniiru.