Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Murtessituu kubbaa miilaa jalqabaa Eertiraa
Eedan Habtamikaa'eel murtessituu dubartii lammii Eertiraa ishe jalqabaati. Baqattummaan biyya itti jiraattu Iingilaand keessatti garee kubbaa milaa fi aartii baqattoota hammatu hundeessitee jirti.