Viidiyoo loltuun K. Kaabaa daangaa qaxxaamuree baqatu mullisu

Loltuun Kooriyaa Kaabaa daangaa eegumsi cimaan taasifamuuf qaxxaamuree yoo gara K. Kibbaatti baqatu, loltoonni biyyasaa dhukaasanii midhaniinii jiru. Loltoonni K. Kaabaas seera 'UN' cabsaniiru jedhamanii qeeqamaa jiru.