IS kanan baqadhe hiriyoota koo akkan hin ajjeesneefi

Nan du'aa jedhee sodaachaan ture, yoon du'es osoon nama hin ajjeesiin akka ta'un hawwa ture. Seenaa dargageessa Siiriyaa garee IS keessa turee fi booddee baqatee bahe.