Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Ogummaa fakkii halluu baala, hidda, biyyee fi kannen birootti fayyadamuun kaafamu
Manneen amantaa bakka waaqa itti waaqessan qofa osoo hin taane bakka namoonni amala gaarii itti horatan fi ogummaa gara garaallee itti horatanidha. Artiistiin kunis ogummaa fakkii 'waabeekaa' waggaa 3'f mana amantaa keessatti barate.