Mucaan akkuma billaachaa gogaan irraa luqqa'aa ture wal'aansa argate

Haasan dhukkuba gogaa baayyee cimaafi kan akka billaachaatti gogaa irraa kaasuun rakataa turee jira. Amma erga walaansi baqaqsanii hodhu jireenya geedaruufi goga isaa harka 800 taasifameefii jira.