Taphataa Afriikaa jalqabaa Bundasliigaa keessatti galchii hedduu lakkoofsise

Dorgommii Bundasliigaa bara darbee irratti galchii hedduu lakkoofsisuun 1ffaa ta'ee kan xumure Obaamiyaang, taphataa Afriikaa jalqabaa ta'uun seenaa hojjateera.