Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Bishaan Haramaayaa baduu isaatiif eenyutu itti gaafatama?
Bulchiinsonni magaalota Harar fi Awwadaay, warshaan Biiraa Harar akkasumas hawaasni naannichaa itti fayyadama bishaanii qisaasama qabuun Haramaayaan akka baduuf gumaachaniiru jedhamus, amma yoonaatti bishaan kana deebisuuf abdiidhaan ala waanti lafa bu'e hin jiru.
Waraabbii viidiyoo: Habtaamuu Xibabuu
Kan gulaale: Yaadataa Birhaanuu