Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
''Olompiikiin Baarseloonaa jireenya koo baay'ee jijjiire''- Daraartuu Tulluu
"Yeroo sana namni ni injiffatti jedhee na eege hin turre."
Dubartii gurraattii afriikaa meedaliyaa warqii Olompikii argattee ishee jalqabaa taate Atileet Daraartuu Tulluu, dubartoota ciccimoo addunyaa kanaa BBC'n filate (BBC 100 Women) keessaa tokko.