Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Harma koo bitaa natti qorrinaan
Doorsisni saalaa narra gahe kan jettu Aaniitaa Ndeeruu dhiyeessituu sagantaa Raadiyoo fi Televizhiniiti. Yoon seenaakoo qoodee, tarii dubartooti biroos kan isaanii qooduun rakkoon kun qabatamaan jiraachuu isaa hubattuu jedheenii, jetti.