Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Biyya na jaalatu barbaadaan jira
Mahaa Maamoo biyya hin qabdu. Abbaafi haati ishee lammiilee Siiriyaa ta'anis, haatiishee Musliima, abbaan ishee ammoo Kiristaana waan ta'aniif,gaa'illisaanii qondaaltota biyyattii biratti fudhatama hin arganne. Kanaafuu, Mahaan lammummaa Siiriyaa hin qabdu jechuu dha. Biyyi tokko garuu ishee simattee jirti.