Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Taayyee Danda'aa: Diigirii tokko xumuruuf waggota 16
Taayyee Danda'aa bara 1994 yuunivarsiitii Finfinnee muummee barnoota seeraa galee yeroo gara garaa lama barumsarraa qabamee hidhame. Waggoota kudhan walumaagalatti hidhamee booda barumsatti deebi'ee digirii isaa waggoota 16 booda xumuruu danda'eera.
Kaameraan Habtaamuu Xibaabuu, Kan gulaalame Yaadataa Birhaanuun.