Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Battala kirkirri lafaa Magniitiyuudii 7.1 Meeksiikoo rukute
Kirkirri lafaa maagniitiyuudii 7.1 Meeksiikoo rukutee yoo xiqqaate namoota 248 ajjeeseera. Kana keessa 20 daa'imman mana barnoota turanidha. Gamoowwan magaalaa meeksiikoo siitii hedduunis jiganiiru. Balaan kun waggaa 32ffaa balaa kirkira lafaa lammiilee biyyatti kumaatamaan lakkaa'aman galaafateen walirra bu'uun isaa raajii jedhameera.