Daa'imni lola Yamaniif mallattoo ture maal ta'e?

Ammas daa'imman miiliyoona lamaa ol ta'an hanqina nyaataa cimaadhaan dararamaa jiru. Mucaan suurri isaa waggaa tokko dura adduunyaa rifachiise amma eessa jira?