Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Aartistoota lafee fi feestaalii gatame aartiitti jijjiiran wal baraa
Biyyoota guddataa jiran keessatti akkaataa balfa itti sasaaban, kuusanii fi gataniin wal qabatee rakkinni hedduu fayyaa namaa fi beeladaa irra akka gahu beekamaadha. Nutis kana hubachuudhaan hanga dandeettii keenyaa furmaata fiduufi lammiiwwaan keenya barsiisuuf kana hojjechaa jirra jedhu dargaggoonni kun.