Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Haadha aannan harmaa liitira 30 kennite
Jiraattu Mizuurii kan taate Daaniyeel Paalmer, ilmishee erga dhalatee booda aannan harmaa kuuste, haadholii biroo kana barbaadaniif tolaan kennite. Lolaafi addaan cicciituun ibsaa ennaa uumamu, aannan harmaa yeroo dheeraaf olkaa'uun baay'ee rakkisaa taha.