Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Nama Afaan Oromoo waggoota 25'f barsiisaa turaniin wal baraa
Obbo Tafarraa Ta'eeraa yeroo Afaan Oromoo afaan hojii ta'ee kaasee hanga yoonaatti Finfinnee keessatti afaanicha barsiisaa turani. Kanaanis rakkoo adda addaa keessa darbaniiru, haarsaa cimaas kafalanii jiru.
Kaameraan Habtaamuu Xibaabuu, Kan gulaale Yaadataa Birhaanuu.