Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
''Qaroo dhabuun takkaa natti ulfaate hin beeku'': Geetuu Kootuu
Qaroo dhabuun osoo isa hin daangessin, waan ijoollummaarraa kaasee jaalatu hojjechaa kan jiru weellisaa Geetuu Kootuu, milkaa'uu barbaannaan hin dandeenyu jechuu hin qabnu jedha