Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Diizaayinara huccuu daqiiqaa 4tti hodhee qaqqabsiisuun walbaraa
Laatif Maanoy agarsiisa "faashinii saffisaa", daqiiqaa muraasa keessatti wandaboo hodhuu isaatiin beekamaa ta'e.
Dizaayinarri faashinii lammii Yugaandaa yaada kana kan argate tibba Paariis keessa hojjatu ture. Ergasiin boodas dizaayinii isaatiif badhaasa hedduu argatee jira.
Kana akkamiin hojjeta?
Gaazexeessitoota viidiyoo: Peshensi Atuharii fi Tiinaa Ismoolee