Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Dhuufuun saawwanii qilleensa faaluuf ga'ee qaba
Qilleensi naannoo sababoota adda addaan ni faalama. Dhuufuun looniis miiteenii qilleensa faalu gadhiisuun %15 gumaacha taasisa jedhu qorattoonni.