Akka ibsa Ministirri Fayyaa Liyaa Taaddasaa baasanitti, namoota sadan kan keessaa lama gara biyya alaatti kan hin imalle oggaa tahu, tokko Sa'udii Arabiyaa irraa kan deebiye dha.
Lamaan isaanii lammiilee Itoophiyaa ogguu tahan, tokko lammii Chaayinaadha - innis Sabbataa kan jiraatuufi seenaa imalaa kan hinqabnedha jedhameera.
Qajeelfamni
ba’an kun akkamiin reeffa akka qopheessaniif awwaalaan of keessaa qaba.
Akkasuumas sirni awwaalcha kun akkamiin adeemsifamuu akka qabu ni hima. Kana
keessa wa’een qaama tuqu keessa hin jiru.