MM Abiy Ahimad Badhaasa Nagaa Noobeelii fudhachuun nama Afrikaa 12ffaa ta'an
Ministirri Mummee Abiy Ahimad Badhaasa Nagaa Noobeelii fudhachuun nama Afrikaa isa 12ffaati
Badhaasi kuni al 100 badhaafameera- namoota 107 fi dhaabota 27
Namooti Afrikaabadhaasa kana mo’atan:
•2018-Deenis Mukweegee- Dimookiraatiik Riippaaliikii Koongoo
•2015- Dhaabbata- National Dialogue Quartet-Tuuniziyaa
•2011-Eleen Joohonsan Sarliif fi Leymaah Gibowee-Laayibeeriyaa
•2005-Mohaamad El Baaraadii-Masrii
•2004-Waangaarii Maataayi-Keeniyaa
•2001-Koofii Anaan-Gaanaa
•1993-Neelsan Maandeellaa fi FW Dii Kileerk-Afrikaa Kibbaa
•1984-Dezmoond Tuutuu-Afrikaa Kibbaa
•1978- Anwaar al Saadaat- Masrii
•1960-Albart Lutulii-Afrikaa Kibbaa