Olompikii Tookiyoo: 'Injifadhee seenaa Abbabaa Biqilaa deebisuuf nan yaada' - Shuraa Qixxaataa
Dorgommiin maaraatoonii Olompikii Tookiyootti taasifamu seenaa guddaa kana dura atileetii Itoophiyaa Abbabaa Biqilaan galmaa'e atileetiin Keeniyaa akka qooddatu karra banuu mala.
Atileetonni Itoophiyaa garuu morkii cimaa gochuun seenaa Abbabbaa lammeeffachuuf yaada qabu.
