Mohaammad Saalaa, Mohaammad Saalaan yoo wal-argu

Taphataa Liivarpuul kan ta'e Mohaammad Saalaah wal fakkaattii isaan adda baasuuf hedduu nama rakkisa. Nama kana adda baasuuf warreen rakkatan suuraa waliin ka'uufillee gaaffii dhiheessu.