Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Ayyaana Ilillii: Shamarran hanga 'wadaajii' baafatanii dhungachuutti mirga qabu
Ayyaana Ilillii: Shamarran hanga 'wadaajii' baafatanii dhungachuutti mirga qabu
Ayyaanni Ilillii yookiin Qunnii Buqqifachuu ayyaana shammarraniiti. Waqtiin gannaa yeroo bahuuf jedhu kabajama.
Shamarran hawwiidhaan eegu, bilisummaas qabu. Guyyaa kana shamarran allaadduu qabatanii bahu.
Dhiirris dhungachuu danda’a, wadaajas tolfatti. Gaafa qe'eetti deebite ''dhungatamtee, wadaajii argattee?’’ jedhanii maatiin gaafatu.
Ayyaana kanarratti qeerroon jiraachuu baannaan guutuu hin jedhamu.
Gabaasota kanatti dhihaatan: