Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Lammiileen Itoophiyaa Afrikaa Kibbaa jiraatan marii nagaarraa maal abdatu?
Lammiileen Itoophiyaa Afrikaa Kibbaa jiraatan marii nagaarraa maal abdatu?
Mariin nagaa mootummaa Itoophiyaafi humnoota Tigraay gidduu erga eegalame torban tokko ta'eera.
Mariin Afrikaa Kibbaatti taasifamaa jiru kuni waraana lammiilee kumaatama ta'an galaafate xumura itti tolchuuf kaayyeffate.
Lammiileen Itoophiyaa Afrikaa Kibbaa jiraatan waan marii kanarraa eegan BBC'f qoodaniiru.