Ergaa isin interneetiin waliif dabarsitan qaamni sadaffaa arguuf hayyama qabaa laata?
Yeroo baayyee karaa sagaleetiin waliin dubbachurra ergaa bareeffamaa karaa appiiwwaniitiin walii erguun caalaa iccitii eeguuf akka gargaaru himu.
Haata'u malee ergaafi odeeffannoon kanaa intarneetiin walii ergamus hanga tokkoo qaama sadaffaatti kan argamu himama.
Ofii ergaa isin waliif dabarsitan qaamni sadaffaan arguuf hayyama qabaa?
Viidiyoo kana caqasaa deebiisaa ni argattu.









